A guide to fuel types in Australia | Fuel in Focus - Qajeelcha gosa boba'aa Australia keessaa | ilaalcha boba'aa irratti- Australia Explained cover art

A guide to fuel types in Australia | Fuel in Focus - Qajeelcha gosa boba'aa Australia keessaa | ilaalcha boba'aa irratti- Australia Explained

A guide to fuel types in Australia | Fuel in Focus - Qajeelcha gosa boba'aa Australia keessaa | ilaalcha boba'aa irratti- Australia Explained

Listen for free

View show details
Drivers across Australia are paying more at the bowser as fuel prices remain unstable. So does it make sense to go for cheaper petrol options when filling up? The answer depends largely on your engine requirements, as not every fuel works for every vehicle. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaachiftoonni guutuu Australia kaffaltii dabalataa kaffalaa jiru. Kanaafuu, yeroo guuttan filannoo boba'aa gatii salphaa ta'e argachuuf deemuun hiika qabaa? Deebiin isaa baay'inaan motora konkolata keessan waan barbaachisu irratti hundaa'a, sababiin isaas boba'aan hundi konkolaataa hundaaf hin hojjetu waan taheef.
adbl_web_anon_alc_button_suppression_t1
No reviews yet