• Austria 3 fi 1 Jordan mo'atte Soccaruun yeroo dhiootti
    Jun 17 2026
    Tapha kubbaa addunyaa: har’a guyyaa 6fa dha. Messi, Mbappe fi Haaland urjii tapha har’aa turan.
    Show More Show Less
    4 mins
  • Bonus Practice: #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - Shaakala Dabalaa: #112 Ijoollee hojiin qabuu| Boqonnaa mana barumsaa dandamachuu- Learn English
    Jun 17 2026
    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - Qophii Shaakala Dabalataa kana hordofuun jechoota waliin dubbatnaa gara garaa shaakaltu. #112 ijoollee hojiin qabu/boqonnaa mana barumsaa dandamachuu kan jedhu kun yeroo manni barumsaa cufamu maatiin ijoollee akka itti qaban irratti hojjechuu qaban. Qophii kana yeroo caqastanitti barmoota hedduu irraa argattu.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    Show More Show Less
    4 mins
  • Are electric vehicles worth it in Australia?| Fuel in Focus - Australia keessatti konkolaataan elekttrikii gatii qabaa? Xiyyeeffatnoo bobaáa irrattii – Australia Explained
    Jun 17 2026
    Electric vehicles are becoming more common on Australian roads as fuel prices remain unstable and more drivers look for cheaper ways to travel. Here's what you need to know if you are thinking about making the switch. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaattonni elektriikii daandii Australiaa irratti baay’inaan mul’achaa jiru, konkolaachiftoonni baay’yyeen karaa imala gatii salphaa barbaadu. Yoo jijjiirraa kana gochuuf yaadaa jirtan waan beekuu qabdan kunoo ti.
    Show More Show Less
    8 mins
  • #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - #112 Ijoolleen hojiin qabuu| Boqonnaamana barmootaatti ihoollee hujeessuu- Learn English
    Jun 11 2026
    Learn English phrases for keeping kids busy during the school holidays. Practise everyday English for talking about children’s behaviour, boredom, and common challenges at home. - Yeroo boqonnaa mana barmootaatti ijoollee hojiin qabuudhaan jechoota dhimma kana ilaallatan baruun afaan inglishii keessan fooyyeffattu. Waa'ee amala ijoollee, boqnnaa irra yeroo jiran nuuffii mana ooluu isaan agarsiisan, rakkinoota yeroo barmootni cufamu mumul'atan beekamoo irraa dubbachuun afaan inglshii guyya guyyaatti shaakalaa.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    Show More Show Less
    12 mins
  • The Aboriginal flag: History, meaning and recognition - Alaabaa Aboriginal: Seenaa, hiikkaa fi beekamtii- Australia Explained
    Jun 11 2026
    At school, work, council offices or sporting events, you might see a red, black and yellow flag flying beside the Australian national flag. This is the Aboriginal flag, representing the Aboriginal people of Australia and their connection to land, community and stories. - Mana barmootaa, bakka hojii, waajjira gumii naannoo ykn bakka sportiitti alaabaan diimaa, gurraachaa fi keelloo alaabaa Australia cinatti balali'uu argitanii taha. Kun alaabaa Aboriginal ti. Uummata Aboriginal Australia fi walitti dhufeenya isaan lafa, hawaasaa fi seenaa waliin qaban bakka bu’a.
    Show More Show Less
    12 mins
  • Bonus Practice: #111 Water problems at home? Talking to a plumber (Med) - Dabala Barmootaa: #111 Rakkoon bishaanii dhimiisuu jiraa? Suphisiisuu irraa dubbachuu- LE
    Jun 3 2026
    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #111 Water problems at home? Talking to a plumber. - Jechoota barmoota dabalaa kana irraa shaakaluun akkaataa yoo bishaan mana keessaa, bombaan cabee dhimmise suphitootatti dubbattan barattu. #111 Rakkoon bishaan dhimmisuu ni jiraa? Suphitootatti dubbachuu gorsa jedhu caqasuu irraa afaan fooyyeffattu.
    Show More Show Less
    4 mins
  • A guide to fuel types in Australia | Fuel in Focus - Qajeelcha gosa boba'aa Australia keessaa | ilaalcha boba'aa irratti- Australia Explained
    Jun 3 2026
    Drivers across Australia are paying more at the bowser as fuel prices remain unstable. So does it make sense to go for cheaper petrol options when filling up? The answer depends largely on your engine requirements, as not every fuel works for every vehicle. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaachiftoonni guutuu Australia kaffaltii dabalataa kaffalaa jiru. Kanaafuu, yeroo guuttan filannoo boba'aa gatii salphaa ta'e argachuuf deemuun hiika qabaa? Deebiin isaa baay'inaan motora konkolata keessan waan barbaachisu irratti hundaa'a, sababiin isaas boba'aan hundi konkolaataa hundaaf hin hojjetu waan taheef.
    Show More Show Less
    8 mins
  • Are you prepared for Australia’s flu season? - Australia keessa ji'i utaalloo as adeemaa jira of qopheessitanii? - Australia Explained
    May 27 2026
    Influenza is a highly contagious viral infection. As flu season begins in Australia, here’s what you need to know to protect yourself, your family and the most vulnerable in our community. - Infuleenzaan infekshinii vaayirasii baay’ee daddarbaa ta’ee dha. Yeroon influenza Australia keessatti yeroo jalqabu, ofii kee, maatii kee fi hawaasa keenya keessatti namoota baay’ee saaxilamoo ta’aniif eeggannoo taasisuuf wantoota beekuu qabdan kunoo ti.
    Show More Show Less
    12 mins